Posts

Showing posts from August, 2020

GANTUUN GANTUMA

         OPDOn GANTUMMAA ISHEE IFATTI LABSITE. Obbo Lammaa dabalatee aanga'oonni sadii yeroof koree giddu-galeessaa Partii Badhaadhinaarraa dhorkamuu Itti-gaafatamaan Waajira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa ibsan. Ibsa itti-gaafatamaan kun Dilbata galgala OBN irratti kennaniin, aanga'oonni koree giddu-galeessaa Paartichaarraa dhorkanamanis, Obbo Lammaa Magarsaa, Aadde Xayibaa Hasaniifi Milkeessaa Miidhagaa (PhD) dha. Dhorkaan yeroodhaaf aanga'oota kanneen irra kaa'ame kunis koree hojii raawwachiiftuun kan ragaasiifamu ta'uu himanii, isaanis itti-gafatamummaa irraa eegamu haalaan bahachuuf qophaa'oo yoo ta'an deebi'uu akka danda'anis himaniiru Obbo Fiqaaduun. Sababii aanga'oonni sadan kunneen ittiin koree giddu-galeessa paartichaa keessaa itti dhorkamanis Obbo Fiqaaduun himaniiru. Obbo Lammaan kanaan dura yaada isaanii midiyaa irratti ibsachuu isaanii yaadachuun, isaan boodalleen itti-gaafatamummaa Paartiin itti kenne bahachaa