Abbaay Tsahaayyeefi Ambaasadar Siyyum Masfin ajjeefaman jedhame.

Hogganaa Korporeeshinii Sukkaaraa duraanii Itoophiyaa kan turan Obbo Abbaay Tsahaayyeefi Ambaasadar Siyyum Masfin dabalatee hoggantootni TPLF afur ajjeefamuu Humna Ittisaa Itoophiyaa wabeeffachuun miidiyaaleen biyya keessaa gabaasan.

Haa ta'u malee kana dura hoogganaa Waraana Bilisummaa Oromoo Jaal Marroo ''ajjeefne'' jedhanii gabaasa sobaa deddeebin dubbachuun isaanii tarkaanfin fudhatame jedhame hangam akka dhugaa ta'e beekun waan hin danda'amneef mamii guddaa uume.

Waan hundaafuu yoo dhuguma du'e ta'e boolla isaa sukkaarri haa guutu!

Comments

Popular posts from this blog

SEENAA J. WAAQOO GUUTUU

Bineensi Itoophiyaa Qofatti Argaman Jeedala Diimtuu Gaarreen Baalee Maalirra Jiru?

SEENAA AGARII TULLUU